Ijaarsi Proojektii Daandii Saffisaa Adaamaa – Awaash eegalame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Qaama Koriidarii Geejjiba Ityoo – Jiibuutii kan ta’e ijaarsi Proojektii Daandii Saffisaa Adaamaa Awaash Kiiloo Meetirri 60 har’a ifatti eegalameera.…