Fayyaa Dooktar Liyaan Badhaasa ‘Next generatio” 2021 injifatan Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktarr Liyaa Taaddassaa Yuunvarsitii ‘Harvard T. H. Chan School of Public Health’ irraa badhaasa ”Next generation” 2021…
Oduu biyya keessaa Siwiidiin deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 4 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Siwiidiin sosochii deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatti taasiifamaa jiru tumsuuf Doolaara miiliyoona 4.77 deeggarsa taasiisuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni dhibbi 5 fi kumni 46 ol qormaata kutaa 8ffaa ni fudhatu – Biiroo Barnoota Oromiyaa Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata kutaa 8ffaa bara 2013 barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 46 ol qoruuf qophii xumuruu beeksiiseera.…
Ispoortii Bunni Ityoophiyaa hirmaannaa taphoota Waancaa Konfedereeshinii Afrikaa bara 2021/2022 argachuu… Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa fi Bunni Ityoophiyaa goolii 1 qixa…
Biiznasii Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona 26.5… Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Fandiin Misooma Qonnaa Idila Addunyaa fi Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona…
Biiznasii Buufata Gogaa fi Tarminaala Mojoo gidduugala Loojastiiksii taasiisuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Buufata Gogaa fi Tarminaala Mojoo gidduugala Loojastiikii taasiisuuf hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa dhuunfaa rakkoo mana jireenyaa furuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu –… Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Rakkoo mana jireenyaa furuuf Baankiin misooma manneenii bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti ifoomeera. Rakkoo mana…
Oduu biyya keessaa Mariin waloo Ityoo – Siwiidiin gaggeeffame Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Itti aanaa Ministira Alaa Siwiidiin Roobart Raayidibargiin durfamu waliin…
Oduu biyya keessaa Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa… Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa jiraachuu Soomaaliyaatti ajejaan humna nagaa kabachiisaa…
Oduu biyya keessaa Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti eebbifame Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa bakka Hoggantoonni, Abbootiin Gadaa, keessummoonnii fi Jirattoonni argamanitti bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda Haadhootti…