Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera. Yaa'ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru. Seeroonni…
Biiznasii Oromiyaatti bara kana Misooma Turizimiirraa Birrii biiliyoonni 42 fi miiliyoonni 400 ol argame Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Gamaggamni rawwwii hojii paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira. Bara baajataa xumurame keessa Misooma Turizimiin tuuristoota biyya…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka… Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka danda'amu agarsiiftuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen.…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti eegale Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii bara 2017 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegaleera. Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara…
Oduu biyya keessaa Nageenyi guutummaatti akka mirkanaa’uuf uummanni akka tumsu Abbootiin Gadaa dhaamsa dabrsan Yonatan Birhanu Jul 12, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Abbootiin Gadaa Sikkoo Mandoo yaa’iif Hara Laangannoo jiran uummanni nagaa isaa akka eeggatu dhaamsa dabarsan. Yaa’iin Abbootii Gadaa Sikkoo Mandoo…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa biqiltuu dhaaban Yonatan Birhanu Jul 12, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Abbootiin amantaa Mana Amantaa Kaatolikii mooraa Giddugala Mana Amantichaa Moojootti argamuu keessa biqiltuu dhaabaniiru. Yaa’iin Idilee phaaphaasota…
Ispoortii Gaaffii hawaas-dinagdee dargaggoota magaalaa Shaggar hiikuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 12, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2017 (FMC) – Gaaffii hawaas-dinagdee dargaggoota magaalaa Shaggar hiikuuf hojjetamaa jira jedhe bulchiinsi Magaalaa Shaggar. Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa…
Ispoortii Gareen Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa umurii 18 gadii fi 20 gadii… Yonatan Birhanu Jul 12, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Umurii waggaa 18 fi 20 gadii irratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abukutaa deemuuf…
Ispoortii Andiree Onaanaan tapha bara dorgommiin duraan ala ta’e Yonatan Birhanu Jul 12, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Karra eegaan Maanchister Yuunaaytid Andiree Onaanaan sababa miidhamaan taphoota bara dorgommiin duraa ala ta’uun mirkanaa’eera. Lammiin Kaameruun karra…