Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonni haaraan 125 tajaajila humna elektirkaa argachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Kutaalee biyyattii uwwisa bu’uuraalee misooma Elektirikii hin arganne qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksiseera.…