Kuduraalee fi muduraleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuu gabaa addunyaaf ni qaqqabu – Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…