Ogeeyyiin Israa’eel hojii weerara Awwaanisaa ittisuuf deeggaran Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Hojii weerara Awwaannisaa ittisuuf Ityoophiyaaf deggarsa kan taasisaan Ogeeyyiin Israa’eel har’a Finfinnee galaniiru.
Ogeeyyin kunneen Ityoophiyaatti…