Hojiin torbanitti Ityoophiyaanoota kuma 1 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Hojiin torbanitti Ityoophiyaanoota kuma 1 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu eegalu Imbaasiin Ityoophiyaa biyyachatti argamuu beeksise.…