Fayyaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabamu Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisee. Namoonni haaraan 202…
Oduu biyya keessaa Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa daawwatan Obse Wakgari Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru. Garichi paarkoota uffataalee,…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan darban gabaa warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan… Obse Wakgari Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Baatiiwwan darban gabaan warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan argamuu Ministeera Albuudaa fi Boba’aa ibseera.…
Ispoortii Dorgommiin Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sirna baniinsa…
Fayyaa Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa mirkaneessuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu… Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa hunda galeessa taasiisuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota waloorratti mari’ataa jiru Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota nageenyaa fi misoomaa waloorratti mari’ataa jiraachuu ibsame. Hoggantoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhate Obse Wakgari Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo naannoo Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhateera. Preezdaantiin…
Biiznasii Baatii Bitootessaa 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu ibsame Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Baatii Bitootessaa bara 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu Ejansiin Istaatistiiksii Giddugaleessaa beeksiise. Qaala’iinsi gatii kun…
Oduu biyya keessaa Rakkoo hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jira – Komishinii… Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti rakkoolee hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Carraa Hojii Uumuu Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad bakka bu’aa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee Ityoophiyaatti bakka bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa Dooktar Isteevan Weeree Oomaamoo waliin…