Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Taanzaaniyaa galan Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwannaa hojiif Taanzaaniyaa galaniiru. Preezdaant Saahilawarq wayita Taanzaaniyaa ga’an…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa dhufu xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) Bara oomishaa 2013/14 xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira. Marii sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun…
Fayyaa Finfinneetti boruu irraa eegalee talaalliin kaansarii fiixee gadaameessaa dubartootaaf laatamuu ni… Obse Wakgari Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC)- Finfinneetti boruu irraa eegalee hanga Amajjii 22, 2013tti talaalliin kaansarii fiixee gadaameessaa dubartootaaf laatamuu akka eegaluu Biiroon Eegumsa…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa dhufu xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) Bara oomishaa 2013/14 xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee gale Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee galeera. Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’u preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Af yaa’iiwwan federaalaa fi naannoolee magaalaa Laallibalaatti gaggeeffamaa… Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii Af yaa'iiwwan federaalaa, naannoolee fi bulchiinsa magaaloota lamaanii Af yaa'ii mana maree bakka bu'oota ummatta obbo Taaggasee…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa proojaktii eeggumsa qabeenya uumamaa Boomaa Gambeellaaf deeggarsa Yuuroo… Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Gamtaan Awurooppaa proojaktii eeggumsa qabeenya uumamaa Boomaa Gambeellaaf deeggarsa Yuuroo Miiliyoona 4.4 taasiseera. Gamtichi Mootummoota Misoomaa…
Idil Addunyaa Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbe Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbeera. Akka ragaa Joon Hoopkiinsitti hanga ammaatti biyyatiitti namoonni…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii gaggeessaa… Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) - Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeessaa jiru.…