Hojii Ijaarsa Hidha Haaromsaa milkeessuun Agarsiiftuu Waan jalqabne xumuruu keenyati- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Waltajii Mana Maree qindeessaa Ijaarsa Hidha Haaromsaa naannoo Oromiyaa qooda fudhattoota waliin Adaamaa Galma Gadaatti dhimma hidhichaarratti mari'ateera.…