Oduu biyya keessaa Misooma Koriidarii aadaa hojii Jijjiire… Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hojiin Misooma koriidarii sadarkaa jiruu fi jireenyaa fooyyeessuun aadaa hojii jijjiiruun ibsame. Tumsi Magaaloota Itiyoophiyaa waltajjii marii misooma…
Teeknooloojii Naannoo Somaaleetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob guyyaa har’aa eebbifamuun hojii eegaleera. Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob…
Oduu biyya keessaa Miidiyaa fi Kominikeeshiniin beekumsaa fi hubannoon hogganamuu qaba- Obbo Hayiluu Addunyaa Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hoggansi hojii Miidiyaa fi Kominikeeshinii beekumsaa fi hubannoon masakamee bifa tarsiima’aa ta’een hogganuu qaba jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaan har’aa eegaluun hanga wiixataatti taphatamu Sifen Megersa Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaa har’aa eegaluun hanga Wiixataatti taphatamaniin falmiin Niwuukaasiil Cheelsii fi Tootanhaam ammoo…
Biiznasii Baatiwwan shanan darban Oomishaalee alatti ergamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi… Sifen Megersa Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Baatiwwan shanan darban keessa damee Manufakcharingiin oomishaalee biyya keessatti oomishamanii alatti ergamanirrii galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi…
Oduu biyya keessaa Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira- Ambaasaaddar Girmaa Birruu Ayana Dheressa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira jedhan Gorsaan Diinagdee Gooroo Ministira Muummeefi Walitti qabaan Kaawunsilii Biyyaalessaa…
Ispoortii Lakkoolee Itiyoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa 2 argamsiisan Sifen Megersa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Dorgommii taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun ulfaatiina kaasuun yeroo jalqabaaf lakkooleen Itiyoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan Ayana Dheressa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'ataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Misooma Tuurizimii Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo argate… Sifen Megersa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) - Mootummaan Naannoon Oromiyaa bakkeewwan hawwataa fi qabeenya dilbii tuurizimii naannichi qabu beeksisaafi misoomsaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Biilaaluul Habashii: Godambaa imala islaamummaa Itiyoophiyaa ka’umsarraa hanga ammaatti gurmeesse Ayana Dheressa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan guyyaa har’aa naannawaa Makkanniisaatti kan argamu Biilaaluul Habashii daawwataniiru. Obbo…