Magaalaa Awwadaayitti ijaarsa Hidha Haaroomsaa Guddichaaf Birriin miiliyoonni 1 ol walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa bulchiinsa magaalaa Awwadaayitti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 1 ol walatti qabamu ibsameera.…