Fayyaa Ejansichi talaallii COVID-19 raabsuu ibse Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ejansiin dhiyeessii qoricha Ityoophiyaa talaallii vaayarsii koroonaa naannoolee fi bulchiinsota magaalaa hundaaf raabsuu itti gaafatamaa garee raabsaa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa hojiilee jijjiirramaa Ityoophiyaa deeggaruu kan itti fufu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hojiilee jijjiirramaa Ityoophiyaa deeggaruu kan itti fufu ta’uu beeksiiseera. Haala waqtaawaa Ityoophiyaa addunyaatti…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraataan biiroowwan Niiwuyoork Taayimsii fi CNNtti argamuun… Wabi Fufa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Ameerikaa bulchiinsa garagaraa jiraataan biiroowwan Niiwuyoork Taayimsii fi CNNtti argamuun hiriira…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ityoophiyaan hawaasa addunyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu beeksisan Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Ityoophiyaan hawaasa idil addunyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru. Waliigalticha Komishinara komishinii Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Rippaabliika Diimookraatawaa Koongoo waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Rippaabliika…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota17 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jaappaan hariiroo ummata dhimmoota cimsanirratti mari’atan Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen dhaabbii dhimmoota hariiroo alaa fi nageenyaa Ityoophiyaatti Imbaasii Jaappaan waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu ibsame Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise. Weerarich…
Oduu biyya keessaa Fedhiin hojii jiraannaan yaada qabnuun jijjiirama barbaadamu bira ga’uu dandeenya – Obbo… Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Fedhiin hojii jiraannaan yaada qabnuun jijjiirama barbaadamu bira ga’uu dandeenya jedhan Preezdaantiin mootummaa maannoo Oromiyaa obbo Shimallis…