Baankiin misoomaa Afrikaa sirna kaffaltii elektirooniksii Ityoophiyaa ammayyeessuuf deeggarsa…
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Baankiin misoomaa Afrikaa sirna kaffaltii elektirooniksii Ityoophiyaa ammayyeessuuf kan oolu deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 2.3 taasiiseera.…