Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Hind hariiroo waloo cimsuuf mari’atan Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koree dhaabbiin dhimmoota nageenyaa fi hariroo alaa Ambaasaaddara Hindii Roobart Shatkiintoongii fi jaalleewwan hojii…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsi taasifame Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsii miidhaanii fi meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Sochiin tajaajila tola oltummaa waloo keenyaaf fakkenyaadha-Aadde Adaanach Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adanaach Abeebee magaalaa Finfinneetti mana jireenyaa harka qalleeyyii haaromsuu fi hojiin tajaajila tola…
Oduu biyya keessaa Haleellaa raayyaa ittisa biyyaa Izii kaabaarratti raawwatameen miseensi raayyaa ittisaa miidhaman… Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Hooggansi Ministeera Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoota haleellaa Izii kaabaarratti raawwatameen miseensa raayyaa ittisa biyyaa miidhaman Finfinneetti…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jibbaa Abbaa Jifaar qixa… Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jimmaa Abbaa Jifaar gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixa xumurameera. Taphni…
Oduu biyya keessaa Sagantaan sosochii ittisaa fi to’annoo Covid -19 akka naannoo Ormiyaatti gaggeeffame Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Sagantaan sosochii ittisaa fi to'annoo Covid -19 akka naannoo oromiyaatti magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu ibsameera. Sagantaa sosochii…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa ilaalchisee mariin ijaarsaalee dubartootaa waliin… Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa ilaalchisee mariin ijaarsaalee dubartootaa waliin gaggeeffameera. Maricharratti itti aantuun…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon galmee UNESCO sirna Gadaa Oromoo waggaa 4ffaa magaalaa Bulee Horaatti sirnoota… Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa, Yuunvarsiitii Bulee Horaa fi godina Gujii Lixaa waliin ta’uun yaadannoo galmee UNESCO sirna Gadaa Oromoo waggaa 4ffaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Qillee wayita kabajamuu balaan tasaa fi ibiddaa akka mudanneef of eeggannoo taasisuun… Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Hawaasni wayita ayyaana Qillee kabajatuu balaan tasaa fi ibidda akka hin mudanneef of eeggannoo taasisuu akka qabu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Qillee rakkoo nageenyaa tokkomalee akka qabajamuuf qophiin duraa xumuramuu ibsame Sifen Megersa Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Ayyaanni Qillee rakkoo nageenyaa tokkomalee akka qabajamuuf qophiin duraa xumuramuun gara hojiitti galamuu Komishiniin Poolisii magaalaa…