Oduu biyya keessaa Yaa’iin idilee 13ffaan Caffee Oromiyaa eegalameera Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa, Yaa'ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa Bara Hojii 5ffaa galma Abbaa Gadaatti gaggeessuu eegaleera. Yaa'iin har'aa eegalee hanga…
Oduu biyya keessaa Paarkii Baabbilee miidharraa baraaruuf qaamolee sadi gidduutti sanadni waliigaltee mallattaa’e Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Paarkii Baabbilee fi Arbawwan miidharraa baraaruuf Abbaa Taayitaa eeggumsaa fi misooma bineensota bosonaa Ityoophiyaa, naannoo Oromiyaa fi Soomaalee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti qormaata kutaa 12ffaa haala addaan laachuuf qophiin xummuramuu ibsame Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayitti qormaata kutaa 12ffaa haala addaan laachuuf qophiin xummuramuu Biiroon Barnootaa bulchiinsa yeroo naannichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Worlid Viizyiin Ityoophiyaa naannolee lama waliin waliigaltee hojii misoomaa birrii biiliyoona 1 fi… Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Worlid Viizyiin Ityoophiyaa waggoottan shanan dhufan keessatti sagantaa misooma qindaa'aa raawwachuuf naannoo Sidaamaa fi Naannoo Kibbaa waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo fayyadamee haqaa fiduuf hin fayyaduu jechuun Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laate Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laateera. Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qindoominaan hojjechaa jiraachuu… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qaamolee tumsiitoota fi deeggartoota waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin akka xumuramuuf hunduu gahee isaa akka… Wabi Fufa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin akka xumuramuuf hunduu gahee isaa akka bahatu waamicha dhiyeesse.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey Iyinee…