Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektoreetii Jeneraalaa dhimmoota…