Idil Addunyaa Konkolaataan NASA ‘Perseverance’ Maarsiirra qubatte Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Ejansiin hawaa Ameerikaa konkolaataa (rover) maqaa Perseverance jedhamu kennameef, milkaa'inaan Maarsiirra qubachiise. Konkolaataan kun…
Idil Addunyaa Biyyoonni Lixaa talaallii vaayrasii koroonaa kuusaan keessaa % 4-5 biyyoota guddataa jiraniif akka… Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Faransaayi Imaanu’eel Maakroon biyyoonni Lixaa talaallii vaayrasii koroonaa kuusaan keessaa % 4-5 biyyoota guddataa jiraniif akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Hindi waliigaltee garagaraa hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’u mallateessan Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Hindi Subraahmaaniyaam Jaayshankaar waliin…
Fayyaa Dhaabbanni gargaarsa daa’immanii Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan… Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii naannoo Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan…
Biiznasii Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu ibsame Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise. Oomisha…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira. Hoogganaan Biiroo Fayyaa naannichaa Root Gaatooch naannichatti damee fayyaa…
Fayyaa Aadde Adaanach Abeebeeb hospitaala Yakkaatiit 12 daawwatan Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aantuun kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen guyyaa yaadanno wareegamtootaa Gurraandhala 12 sababeeffachuun Hospitaala…
Oduu biyya keessaa Boordichi marsaa 3ffaan dhaabbilee waldaa Siiviilii 57f beekkamtii laachuu ifoomse Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera. Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama… Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama kutaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa eegale Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa ‘Paarlaamaa, Deemookraasii fi mirga namoomaa’ mata duree jedhuun gaggeessuu…