Ispoortii Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa har’a waaree booda ifoome. Haaluma kaanaa:- Dynamo Kyiv - Club Brugge Wolfsberger - Tottenham…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Beeksise. Sababa duula olaantummaa…
Uncategorized Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu ifoome Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu har’a ifoome Baarseloonaa fi PSG waliit fideera. haaluma kanaan:-…
Oduu biyya keessaa Afrikaan dandeetti damee humna haaromsaa qabdu yoo itti fayyadamte fayyadamummaa humna lammiilee… Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Afrikaan dandeetti damee humna haaromsaa qabdu yoo itti fayyadamte fayyadamummaa humna lammiilee ishee mirkaneessu akka dandeessu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/ waajjira olaanaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura… Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Finfinneetti Wiirtuu Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura kaa’ame Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/…
Oduu biyya keessaa Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muularii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam mana murtiitti dhiyaatan Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Tasfaakiroos fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Itti anaan Komishinara Komishinii Poolisii Oromiyaa Komishinar Girmaa…
Ispoortii Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.…
Oduu biyya keessaa Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo eebbifame Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo baasii Birrii miiliyoona 60 ijaarramee fi yuuniyeenichi warshaan daabboo Birrii miiliyoona 5 bitee har’a…
Idil Addunyaa Yuunaayitiid Isteet Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaran irraa haqxe Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Yuunaayitiid Isteet Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaran irraa haqxe. Embasiin Yuunaayitiid Isteet Kaartuum jiru Sudaan tarree…