Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Raashiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasiseef… Obse Wakgari Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)-Mootummaan Ityoophiyaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasiseef dinqisiifateera. Fuula feesbuukii keenyan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan fooyya’insa qulqullina tajaajila fayyaa waliigalaa ‘I Care’ jedhamu Giddugala… Wabi Fufa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Sagantaan fooyya'insa qulqullina tajaajila fayyaa waliigalaa ‘I Care’ jedhamu bakkaa Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa argamanitti Giddugala…
Oduu biyya keessaa Hojiin diippilomaasii teeknooloojiin deeggarame raawwatamuu akka qabu ibsame Wabi Fufa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota dhiyeenyatti xalayaa muudamaa preezdaanti Saahilawarqi Zawdee kennameefif leenjiin laatamaa jira. Leenjichi diippilomaasii…
Teeknooloojii Duulli Twiitara Gamtaan Ityoophiyaaf jedhu gaggeefame Obse Wakgari Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffameerratti hawaasa idil addunyaaf odeeffannoo sirrii qaqqabsiisuuf kayyoo kan taasifatee duulli Twiitara…
Fayyaa Afrikaan kibbaa talaallii COVID-19 ‘AstraZeneca’ akka hin laatamneef dhorkite Obse Wakgari Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Afrikaan kibbaa talaallii COVID-19 ‘AstraZeneca’ akka hin laatamneef dhorkuu ishee beeksifte. Dhorkiin talaallicha vaayrasii koroonaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Waqtii Arfaasaa dhufu roobni idilee fi idilee gadii ni eegama – Eejansicha Wabi Fufa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) –Waqtii Arfaasaa dhufu naannawaa fayyadamoo rooba biyyatti hedduu irratti roobni idilee fi idilee gadii jiraachuu akka danda’u Eejansiin…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy… Obse Wakgari Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa magaalaa Saawuulaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi piroojaktii misooma jallisii Gudar Birrii biiliyoona 3.3n gaggeeffama jira Wabi Fufa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Komishinii Misooma Jallisiin Ijaarsi piroojaktii misooma jallisii Gudar baasii Birrii biiliyoona 3.3n gaggeeffama jira. Piroojaktichi…
Idil Addunyaa Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatin qabame argame Obse Wakgari Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatiin qabame argamu himamee. Bahaa biyyattitti namni vaayrasii iboolaatiin qabamee…