Jiraattonni godina Walaayittaa Sooddoo hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)-Jiraattonni godina Walaayittaa Sooddoo hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsa bahaniiru.
Hiriira…