Aanaa Adaamii Tulluutti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamii Tulluutti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuu namoota 7 darbeera.
Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa ganda…