Gambeellaatti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaarame ebbiffame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Naannoo Gambeellaa magaalaa Puunywiidootti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaaraame eebbifamuun tajaajilaaf banaa…