Proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuraman – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Kilaasterri hawaasummaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa hordoffii fi deeggarsa addaa taasiseen proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuramuu ibsame.…