Godina Matakkalitti farreen nageenyaa 23 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkalitti farreen nageenyaa 23 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Komaand Poostiin godinichaa beeksise.
Naannoo…