Ispoortii Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan…
Biiznasii Godinichatti oomishni Barbaree kuntaalli kumni 500 ol walitti qabame Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Godina Harargee Lixaatti hanga ammaatti oomishni barbaree kuntaalli kumni 500 ol walitti qabame jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta’aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu –… Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa misooma qonnaan fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra – Obbo Addisuu Araggaa Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa misooma qonnaa itti fufiinsa qabuun fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ajandaawwan nama irratti xiyyeeffataniif dursa kennee hojjetaa jira – obbo… Yonatan Birhanu Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018(FMC) -Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa, mootummaan ajandaawwan nama irratti xyyeeffataniif xiyyeeffannaa addaa kennuun misooma hunda hammatu…
Oduu biyya keessaa Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegalame Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Godina Arsiitti facaasaan Qamadii jallisii bonee eegalame jedhe Waajjirri Qonnaa godinchaa. Bara kana lafa heektaara kuma 300 fi kuma 60 ol Qamadii…
Ispoortii Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphata Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan har’a Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa Koomeershaalaayizeeshinii qonnaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Inistiityuutii Tiraanisfoormeeshinii Itiyoophiyaan naannolee 9 keessatti hojiirra kan oolu waltajjiin sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaa bara 2018’tti paaspoortii kumni 500 ol lammiileef kenname Ayana Dheressa Nov 17, 2025 0 Finfinee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa hojimaata ammayyaa diriirsuun tajaajila kennaa jiru cimsee itti fufuu qaba jedhe Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Oduu biyya keessaa Haala mijataa Itiyoophiyaan intarpiriinarshiippiif qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Aadde… Ayana Dheressa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde Muufariyaat Kaamil haala mijataa Itiyoophiyaan intarpiriinarshiippiif qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama…