Jiraattoota magaalichaa hunda qixaan, amanamummaa fi kabajaan ni tajaajilla – Adaanech…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) –Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Adaanech Abeebee Kantiibaa magaalichaa taasisuun muudeera.…