Mana Qopheessaa magaalaa Finfinneetti Richiitiin kabaja ayyaanaaf qophaa’e tasa dhoo’uun miidhaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Mana Qopheessaa magaalaa Finfinneetti Richiitiin sirna kabaja ayyaanoota adda addaaf qophaa’e tasa dhoo’uun miidhaa osoo hin qaqqabsiisiin to’atamuu…