Vaayrasiikoroonaa Aarbaa Mincitti qorannaan vaayrasii koroonaa eegalame Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Aarbaa Mincitti qorannaan vaayrasii koroonaa eegalame. Wiirtuun qorannaa Aarbaa Minc ega hojii eegalee guyyootiin kan lakkaa'aman yoo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti tajaajilli tola oolmaa Ganna baranaa eegalame Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti tajaajilli tola oolmaa Ganna baranaa eegalame. Sagantaa tajaajilichaa jalqabsiisuurratti ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame. Ciraan bosonaa kun kaleessa intarpiraayizoota miseensota 2000…
Oduu biyya keessaa Hojii aartii dhaabbii biqiltuuf (ashaaraa magariisaaf) badhaasni qophaa’era Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Hojii aartii dhaabbii biqiltuuf (ashaaraa magariisaaf) badhaasni qophaa'era. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad artiistonni ida'amanii viidiyoo…
Oduu biyya keessaa Gidduugalli qorannoo Covid -19 Yuunvarsiitii Amboo hojii eegale Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitii Ambootti gidduugalli qorannoo vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 10 oliin ijjarramaa ture eebbifamuun hojii eegaleera. …
Oduu biyya keessaa Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta’uu beeksiste Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta'uu beeksiste. Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Soomaaliyaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Sadarkaa hoggansaatti, waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira. Waltajjii kanarratti Preezdaantii naannoo…
Biiznasii Daandichi, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e. Akka gabaasa Afrikaa Loojeestiiksii…
Idil Addunyaa Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta’an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta'an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame. Gidduugalli To’annoo fi Ittisa Dhibee Ameerikaa…
Idil Addunyaa Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbe Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Kaabaa fi Baha Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbuu himame. Namoonni 83 kutaa bulchiinsa Biiharitti, guyyaa kaleessaa…