Namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera
finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa'aa 24 darbeen…