Raayyaan Ittisaa Biyyaa ergama kamiyyuu raawwachuuf haala gaarii irratti argama – Ministeera Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Biyyaa ergama kamiyyuu raawwachuuf haala gaarii irratti kan argamuu ta’uu Ministirri Raayyaa Ittisaa Dooktar Qana’aa Yaadataa ibsan.…