Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoo garagaraa dabarsuun walga’ii isa xumure Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa murtoo garagaraa dabarsuun xumureera. Manni Maree Bakka…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera. Vaayrasichi erga muul’ate namoonni miiliyoonni 1 ol ammoo lubbuu isaanii…
Balballoommii fi yaada Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen… Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen barnoota daawwatan Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Dooktar…
Biiznasii Weerara vaayrasii koroonaa booddee gabaan damee manuufakchariingiif akka carraa gaarii tokkootti ni… Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Weerara vaayrasii koroonaa booddee gabaan damee manuufakchariingiif akka carraa gaarii tokkootti lakka’amuu akka danda’u Ministeerri Daldalaa fi…
Ispoortii Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen meetira kuma kudhaniin riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse. Riikardicha waggoota 15f qabatee kan ture…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyatti namoonni dabalataa 892 vaayrasii koroonatin qabamaniiru Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 892 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan laabraatoorii…
Ispoortii Atleet Lattasanbat Giday fiigicha meetira 5000 Speen Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen riikardii… Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) - Atleet Lattasanbat Giday fiigicha meetira kuma shanii Speen Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen riikardii adduunyaa cabsite Atleetittiin 14 ፡…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin mari’ata Sifen Megersa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin dhimmoota garaagararratti mari’ataniiru. Kilaastera…
Uncategorized Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii karoora ol humna maddisiisuu ibsame Sifen Megersa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii bara 2012 karoora ol humna maddisiisuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise. Maddi anniisaa balfa gogaa Raphiii…
Biiznasii Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa oomisha aanniirraa fayyadamaa akka hin jiraatin ibsan Sifen Megersa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa oomisha aanniirraa fayyadamaa hin jirru jedhan. Walitti hidhamiinsi gabaa aannanii nuuf uumamuu dhabuu isaatin,…