Konfaraansiin qorannoo jalqabaa naannoo Sumaalee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Konfaraansiin qorannoo jalqabaa naannoo Sumaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Yuunvarsiitii Jigjigaa fi mootummaa naannichaan kan…