Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara miiliyoona 500 raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise.
Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsaa…