Lakkoofsi uummata adduunya waggoottan 50 booda hir’achaa dhufe- Qorannoon
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Lakkoofsi uummata adduunya waggoottan 50 boodaa hir’achaa akka dhufe qorannoon ibsera.
Bara Faranjoota 2064 lakkoofsi uummata addunyaa biiliyoona 9.7…