Finfinneetti mana dhiphaa keessatti 150 ta’uun shiishaa xuuxaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Finfinneetti mana gandaa dhiphaa keessatti 150 ta'uun shiishaa xuuxaa kan turan to'ataman.
Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee tamsa'ina…