Oduu biyya keessaa Sagantaan kenna tajaajila lammummaa sadarkaa Oromiyaatti eegalame Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Walisootti argamuun sagantaa kenna tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaa eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Warshaan daabboo shaggar oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’e Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Warshaan daabboo shaggara oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’uu itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan himan.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan. Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu…
Oduu biyya keessaa Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni ragga’e Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni lakoofsi 5 ragga’uu Haati Alangaa Waliigalaa aadde Adaanachi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallisa Abdiisaan tajaajila lammummaaf waamicha dhiyeessan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waamicha hojii tajaajila lammummaa dabarsan. Ergaa guutuun haala armaan…
Oduu biyya keessaa 190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Booleeti Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabaman 190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Boolee ta’uu Biiroon Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffin hordoftoota amantaa Islaamaa deebi’uu gumichi beeksise Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Gaaffin hordoftoota amantaa Islaamaa Ityoophiyaa barootaf ture deebi'uu Gumiin Dhimma Islaamummaa Oromiyaa beeksise. Gumichi har'a HoteelaIlilliitti…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf murteesse Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Tigraay filannoo biyyaalessaa 6ffaa akka naannichaatti gaggeessuuf murteesse. Manni Maree naannoo Tigraay yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen deeggarsa seeftineetii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16 mallatteeffame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Waliigalteen deeggarsa fayyadamtoota seeftineetii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16 mallatteeffame. Deeggarsichi lammiilee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii ariitiin dabalaa jira Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 17 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa beeksise.…