Fayyaa Walharkaa fuudhinsi ambuulaansii gaggeeffame Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa Ambuulaansoota 234 Ministeera Fayyaa Federaalaa waliin walharkaa fuudhinsa taasisu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gitasaanii Kooriyaa Kibbaa waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gitasaanii Kooriyaa Kibbaa Kaang Yuung Wuuhaa waliin bilbilaan mari'atan. Hariiroo…
Vaayrasiikoroonaa Hawaasatti warshaan oomisha saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegale Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Hawaasatti warshaan oomisha Saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegaluu ibsame. Baajata mootummaa fi…
Oduu biyya keessaa Liigiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaabe Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Miseensonni liigii dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaaban. Dhaabbiin biqiltuu kunis kutaa bulchiinsa Nifaas Silk…
Idil Addunyaa Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu… Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu danda’a jedhame. Bara kana sababa…
Idil Addunyaa Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa kaasan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Sooriyaa Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa ari’an. Bara Faranjootaa 2016 eegale aangorra kan…
Balballoommii fi yaada Leenjiin ambaasaaddaroota muudamaniif kennamaa ture xumurame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Leenjiin ambaasaaddaroota muudamaniif kennamaa ture xumurame. Biyyoota addaddaatti ambaasaaddaroota Ityoophiyaa bakka bu'aniif leenjiin…
Ispoortii Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame. Laaligaan…
Oduu biyya keessaa Fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari’atan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari'atan. Sudaan fayyadamtummaa bishaan laga…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan guddina ummatashee mirkaneessuuf mirga walabummaa qabdi – Sudaan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan guddina ummatashee mirkaneessuuf mirga walabummaa akka qabdu Sudaan ni amanti jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Asmaa…