Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan akka dhaabamu fakkeenya ta’aa jirti – Fooramii…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan lakkaa'amu akka dhaabamu biyyootaf adda duree ta'aa jirti jedhe Fooramiin Diinagdee Addunyaa.
…