Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii idil addunyaa 80 taasisaa ture adda kute
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyya har’aa irraa eegaluun balallii idil addunyaa 80 taasisaa tureadda kutuu beeksise.
Daandiiin Qilleensa…