Hordoffiin dhibee COVID -19 namoota kuma 2 fi 90f taasifamaa ture adda cite
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Hordoffiin dhibee COVID -19 namoota kuma 2 fi 90f taasifamaa ture mallattoon dhibichaa waan irratti hin muul’anneef adda cituu isaa himame.…