Idil Addunyaa Joo Baayidan dhibee Kaansariin qabamuun dhagahame Ayana Dheressa May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee kaansariin qabamuu waajjirri isaanii beeksiseera. Joo Baayidan dhibee kaansarii "Pirooteesti"…
Oduu biyya keessaa Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa, humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’atedha jedhame Yonatan Birhanu May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa 2025 humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’ate ta’uun ibsameera. Caamsaa 8, 2017 irraa eegalee Giddugala…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil Sifen Megersa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera. Kana hordofee Arsenaal…
Ispoortii Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa injifate Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaan Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa galchii 2-0’n injifateera. Tapha Istaadiyaamii Yuuniivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 naannoo “Baggoonnet Lakk. 3” jedhamuun mogga’etti ijaarame…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan salgan darban lammiileen miiliyoonni 9 ol Finfinnee daawwachuun ibsame Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannoo mootummaan damee tuurizimiif kenneen waggoota muraasa keessatti jijjiiramni hedduun galmaa’uu Biiroon Aadaa, Ogummaafi Tuurizimii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalichaatti bu’uraalee misoomaa babal’isuun rakkoolee hawaasaa furuuf… Yonatan Birhanu May 18, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 10, 2017 (FMC)_ Bulchiinsa Magaalaa Ambootti bu'uraalee misoomaa babal'isuun rakkoolee hawaasaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Kantibaan Magaalichaa Obbo Hacaaluu Gammachuu…
Oduu biyya keessaa Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa dandeettii biyyattiin damee teeknooloojiin qabdu agarsiisa-… Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa dandeettii biyyattiin damee teeknooloojiin qabduufi xiyyeeffannoo damichaaf kennite kan agarsiisu ta’uu Kantiibaan…
Ispoortii Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatte Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatteetti. Atileet Madiinaan dorgommicha daqiiqaa 30 fi…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina gaaffii Ulaa Galaanaaf Lammiileen hundi tumsuu qabu – Hayyoota Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, caamsaa 10, 2017 (FMC) - Mirga biyyattiin ulaa galaanaa argachuuf qabdu dhugoomsuuf hojiin mootummaan hojjechaa jiru akka milkaa’uuf lammiieen hundi qooda irraa eegamu gumaachuu…