Naannoo Somaalee fi Tigraayif deeggarsi meeshaalee qulqullinaa laatame
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Mootummaan federaalaa naannoo Somaaletiif deeggarsa meeshaalee qulqullinaa Birrii miiliyoona 15 laate.
Itti aanaan preezdaantii naannoo Somaalee obbo Adam…