Idil Addunyaa Booriis Joonsan Hospitaalaa ba’an Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) –Muummeen Ministiraa Biriitaaniyaa Booriis Joonsan dhibee koroonaarraa dandamachuun Hospitaalaa ba’uu isaanii ibsame. Guyyoota sadiif kutaa yaala addaa…
Oduu biyya keessaa Haramayaatti guddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegale Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Yuunvarsiitii Haramayaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegaluu ifoomera. Laaboraatooriin mooraa giddichaa yuunvarsiitichaa fi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame. Magaalichatti oomishaaleen kuduraa fi midhaanii…
Oduu biyya keessaa Buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar hojii eegale Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Abbaan Kiiloo Vooltii 132/33 buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar ifatti hojii eegaluu isaa ibsame. Buufata rabsaa humna elektirikaa kana hojii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 2 dabalataan argaman Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) - Sa’aatii 24 darban keessatti namootaa 286 qorannoo laaboraatoorii taasifameen namoonni 2 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa…
Idil Addunyaa Biyyoonni laakoofsa bara warra Giriigooriyaanii hordofan har’a Ayyaana Hiikaa kabajaa jiru Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) - Biyyoonni laakoofsa bara warra Giriigooriyaanii hordofan har’a Ayyaana Hiikaa kabajaa jiru jedhame. Biyyoonni addunyaa amantaa Kiristinnaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti deeggarsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu itti fufeera Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti tumsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamuu cimee itti fufeera. Guyyaa har’aa dhaabbileen, Qonnaan bultoonni,…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dambii labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisuuf ba’e irratti murtee… Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 82ffaa gaggeesseen dambii labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisuuf ba’e irratti mari’achuun murtee dabarseera.…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummata Ityoophiyaa fi guutuu addunyaa maraan baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kirsiistoos akka laakoofsa bara warra…
Oduu biyya keessaa Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse. Weera Koroonaa vaayirasii ittisuu, too'achuu fi miidhaa geechisuu…