Fayyaa Saaphanni siree miliyoona 13 ol raabsamuuf Yonatan Birhanu Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2018(FMC) - Bara baajetaa kanatti saaphana siree miliyoona 13 ol hawaasaaf raabsuuf hojjetamaa jira jedhame. Ministeera Fayyaatti hoji raaawwachiistuu olaantun…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo guyyoota 100 eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo bara 2018 kan guyyoota 100 eegalamuu ibsan. Piroojektii…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Godina Baalee Bahaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame jedhe godinichi.…
Teeknooloojii Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’e. Pireezidaantii naannichaa Aadde Alamituu Umoodii fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa har’a Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoosii gaggeessuu eegaleera. Paatiriyaarikiin mana…
Idil Addunyaa Ugaandaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 63 darbe Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti mudateen lubbuun namoota 63 darbe. Balichi daandii saffisaa guddciha…
Fayyaa Itiyoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Waltajjin Marii tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf dandeessisu qopheessummaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Fayyaa Addunyaan gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018(FMC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama. Taphoota marsaa 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun barbaachisaadha-… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el Beezaaleel Simootiriichi waliin haala tumsa diinagdee biyyoota lameenii…