Oduu biyya keessaa Hoggantoonni fi Hojjettonni FMC duula qulqullinaa gaggeessan Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Hoggantonni fi Hojjettonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun duula qulqullinaa gaggeessaniiru. …
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Sudaan Waliin taphatu Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata. Taphni ramaddii jalqabaa kun…
Uncategorized Magaalaa Finfinneetti yeroo murtaa’eef sosochiin Doqdoqqee dhorkame Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Har’a irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti geejjibni doqdoqqee dhorkameera jedhe Qajeelchi Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee. Qajeelchi Poolisii…
Oduu biyya keessaa Artiisti Daawitee Makonniin turtii waggaa 27 booda gara Itiyoophiyaa dhufe Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Artiisti buleessi Daawitee Makonniin turtii waggaa 27 booda har'a gara Itiyoophiyaa dhufeera. Artiisti Daawiteen wayita Buufata Xayyaaraa idil…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Humna Enerjii, Loojistiksii fi Indaastirii Ishee Cimsachaa Jirti – Aliikoo Daangootee Yonatan Birhanu Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC) — Biyyoota Afrikaa dinagdee guddaa qaban keessaa tokko kan taatee Itiyoophiyaan, humna ishee dameewwan enerjii, loojistiksii fi indaastiriin cimsachaa…
Oduu biyya keessaa Indaastirii Itiyoophiyaafi buufataalee Jibuutii walitti hidhuun milkaa’ina olaanaa galmeessisuun ni… Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019( FMC)- Indaastirii Itiyoophiyaafi buufataalee Jibuutii walitti hidhuun milkaa’ina olaanaa galmeessisuun ni danda’ama jedhan Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’el…
Oduu biyya keessaa Waancaan Hidha haaromsaa Ashaaraa Misoomaa dhalootaati- Aganyahu Tashaagar Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019(FMC)- Waancaan Hidha haaromsaa Ashaaraa Misoomaa dhalootaati jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar. Waancaan Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Loojiiwwan: Mootaroota Diinagdee Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC) - Har’a dameen tuurizimii Itiyoophiyaa boqonnaa haaraa irra jira. Tarkaanfiiwwan mootummaan damee tuurizimii daddamaqsuufi gahee inni…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Baasiliyoos Maartoomaa Maateewoos 3ffaan Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC) –Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortokdosii Maalaankaaraa Hindii Eebbifamoo Abunee Baasiliyoos Maartoomaa Maateewoos 3ffaan kabaja sirna…
Oduu biyya keessaa Kutannoo Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa hundagaleessa Afrikaa cimsuuf Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa diinagdee naannawaa fi badhaadhina waloo Afrikaa mirkaneessuuf kutannoo olaanaan hojjechaa jirti. …