Qophaa’ummaa Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa keessummeessuuf qabdu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan qophaa’ummaa ‘Shaampiyoonshiippii Altimeet’ 2028 fi Shaampiyoonaa Addunyaa 2031 keessummeessuuf qabdu hoggantoota Federeeshinii Atileetiksii…