Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa 925 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasisan 925 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Daldaltoonni tarkaanfiin irratti…