Oduu biyya keessaa Dooktar Kaatriin Haamliin boqatan Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Dooktar Kaatriin Haamliin boqatan. Ityoophiyaatti hundeessituun Hoospitaala Feestuullaa Dooktar Kaatriin Haamliin umrii isaanii waggaa 96ffaatti…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy boqachuu Dr Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga’ame ibsan Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Dooktar Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga'ame ibsan. Dubartoonni Ityoophiyaa kabajaa isaanii…
Idil Addunyaa Vaayrasii koroonaan namoonni kumni 8 ol du’aniiru Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Sadarkaa addunyaatti namoonni kumni 8 ol vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsame. Erga vaayrasiin koroonaa muul’ate addunyaarratti…
Oduu biyya keessaa Alkooliin qulqullinaaf oolu ga’aan jiraachuu Koorpooreeshinichi beeksise Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) –Alkooliin qulqullinaaf oolu liitirri miiliyoonni 3 ol warshaalee keessa jiraachuu Koorpooreeshiniin Sukkaaraa beeksise. Tatamsa’ina…
Oduu biyya keessaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Dabra Birihaan dabalatee ogeeyyiin 5 to’annoo jala oolan Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) –Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Dabra Birihaan obbo Dassitaa Andaargee dabalatee ogeeyyiin 5 malaammaltummaan shakkamuun to’annoo jala oolan.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awtoobisoota haaraa 120 galchuu beeksise Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awtoobisoota haaraa 120 galchuu beeksise. Awtoobisoota galan kanneen keessaa 70 har’a hojji kan eegalan yoo…
Oduu biyya keessaa Tatamsa’ina Vaayirasii Koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan fudhachaa jiru cinaatti ummanni… Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Afyaa'iin Caffee Mootummaa naannoo Oromiyaa tatamsa'ina vaayirasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan fudhachaa jiru cinaatti ummanni of eeguu…
Oduu biyya keessaa Madda anniisaa ifa aduu ‘oof griidii’ naannoo Oromiyaa godina Baaleetti eegalame… Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Madda anniisaa ifa aduu 'oof griidii' naannoo Oromiyaa godina Baaleetti eegalame xumuruuf hojjetamaa jira. Tajajailichi naannolee baadiyyaa humni…
Oduu biyya keessaa Fandii misooma manneenii biyyaalessaa hundeessuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Rakkoolee misooma manneenii muul’atu furuuf fandii biyyaalessaa misooma mannii qofarratti hojjetu hundeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Misooma…
Vaayrasiikoroonaa Dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjiitti koreen dhimma vaayrasii koroonaa hordofu hundaa’e Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjiitti koreen dhimma vaayrasii koroonaa hordofu hundaa'e. Korichi dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjii hunda…