Paartiin Badhaadhinaa; walqixxummaa ummataa ni mirkaneessa – obbo Ooruddiin Badrii
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Falaasamni Paartii Badhaadhinaa Ida'amuun; walqixxummaa ummataa kan mirkaneessudha jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Hararii obbo Ooruddiin…